2 Kutaan dunkaanichaa inni jalqabaa ijaaramee ture; isa keessas baattuun ibsaa,+ minjaallii fi daabboon Waaqayyo duratti dhihaatu+ jira ture; inni Iddoo Qulqulluu+ jedhama. 3 Golgaa+ isa lammaffaa duuba immoo kutaan dunkaanichaa, “Hundumaa Caalaa Qulqulluu”+ jedhamu jira.