LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 8:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Achiis Museen handaraafa sana fuudhee asii fi achi sochoosuudhaan Yihowaa duratti aarsaa sochoofamu godhee dhiheesse.+ Akkuma Yihowaan Musee ajajetti, korbeessa hoolaa yeroo luboonni muudamanitti sirna geggeeffamu irratti dhihaatu sana irraa handaraafni isaa gaʼee Musee ni taʼe.+

  • Faarfannaa 99:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Musee fi Aaron luboota isaa keessaa tokko turan,+

      Saamuʼelis warra maqaa isaa waammatan keessaa tokko ture.+

      Isaan Yihowaa ni waammatu turan,

      Innis isaaniif ni deebisa ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi