22 “Achiis cooma korbeessa hoolichaa, duboo isaa, cooma marʼimaan isaa uwwise, cooma tiruu isaa irra jiru, kaleewwan isaa lamaanii fi cooma isaan irra jiru,+ akkasumas luka mirgaa isaa fuudhi; sababiin isaas, inni korbeessa yeroo luboonni muudamanitti sirna geggeeffamu irratti dhihaatu+ dha.