-
Baʼuu 40:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Duumessi sun dunkaana walgaʼii ni uwwise; ulfinni Yihowaas godoo qulqulluu sana ni guute.+
-
-
Lakkoofsa 12:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yihowaanis utubaa duumessaa keessaan gad ni buʼe;+ achiis balbala dunkaanichaa dura dhaabbatee Aaronii fi Miiriyaamiin ni waame. Lamaan isaaniis gara fuulduraatti ni baʼan.
-
-
1 Mootota 8:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Ulfinni Yihowaa mana Yihowaa waan guuteef, duumessichaan kan kaʼe luboonni achi dhaabbatanii tajaajiluu hin dandeenye.+
-