Baʼuu 26:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Golgaa sana wal qabsiistuuwwan jalatti fannista; taabota Dhugaa Baatuu+ sanas achi fiddee golgaa sana duuba keessa. Golgaan kun Kutaa Qulqulluu+ fi Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe+ gargar isiniif ni baasa. Ibroota 9:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Golgaa+ isa lammaffaa duuba immoo kutaan dunkaanichaa, “Hundumaa Caalaa Qulqulluu”+ jedhamu jira.
33 Golgaa sana wal qabsiistuuwwan jalatti fannista; taabota Dhugaa Baatuu+ sanas achi fiddee golgaa sana duuba keessa. Golgaan kun Kutaa Qulqulluu+ fi Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe+ gargar isiniif ni baasa.