Baʼuu 37:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Achiis Bezaaliʼel+ muka laaftoo irraa Taabota+ ni tolche. Taabotichi dheerinni isaa dhundhuma* lamaa fi walakkaa, dalgi isaa dhundhuma tokkoo fi walakkaa, ol dheerinni isaas dhundhuma tokkoo fi walakkaa ture.+
37 Achiis Bezaaliʼel+ muka laaftoo irraa Taabota+ ni tolche. Taabotichi dheerinni isaa dhundhuma* lamaa fi walakkaa, dalgi isaa dhundhuma tokkoo fi walakkaa, ol dheerinni isaas dhundhuma tokkoo fi walakkaa ture.+