-
Baʼuu 30:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Achiis isa irraa zayitii dibataa qulqulluu qopheessi; inni ogummaadhaan kan walitti makame haa taʼu.+ Innis zayitii dibataa qulqulluu ni taʼa.
-