Baʼuu 33:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Taʼuu baannaan garuu, anii fi sabni kee si duratti fudhatama akka arganne akkamitti beekama? Anii fi sabni kee saba lafa irra jiru hundumaa irraa adda akka taane kan beekamu,+ yoo ati nuu wajjin deemte mitii ree?”+ Keessa Deebii 10:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Isa jajadhu.+ Inni Waaqa kee isa wantoota guguddoo fi sodaachisoo ati ijuma keetiin argite kana hundumaa siif raawwate sana dha.+
16 Taʼuu baannaan garuu, anii fi sabni kee si duratti fudhatama akka arganne akkamitti beekama? Anii fi sabni kee saba lafa irra jiru hundumaa irraa adda akka taane kan beekamu,+ yoo ati nuu wajjin deemte mitii ree?”+
21 Isa jajadhu.+ Inni Waaqa kee isa wantoota guguddoo fi sodaachisoo ati ijuma keetiin argite kana hundumaa siif raawwate sana dha.+