Keessa Deebii 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Waaqni kee Yihowaan sitti dabarsee isaan ni kenna; atis isaan ni injifatta.+ Ati mamii tokko malee haxaaʼii isaan balleessi.+ Isaanii wajjin kakuu akkamii iyyuu hin galin yookiin gara laafina tokko illee isaanitti hin argisiisin.+
2 Waaqni kee Yihowaan sitti dabarsee isaan ni kenna; atis isaan ni injifatta.+ Ati mamii tokko malee haxaaʼii isaan balleessi.+ Isaanii wajjin kakuu akkamii iyyuu hin galin yookiin gara laafina tokko illee isaanitti hin argisiisin.+