Baʼuu 27:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Muka laaftoo irraa iddoo aarsaa dheerinni isaa dhundhuma* shan, dalgi isaas dhundhuma shan taʼe tokko ni ijaarta.+ Iddoon aarsaa kun rogni isaa arfanuu wal qixa haa taʼu; ol dheerinni isaas dhundhuma sadii haa taʼu.+
27 “Muka laaftoo irraa iddoo aarsaa dheerinni isaa dhundhuma* shan, dalgi isaas dhundhuma shan taʼe tokko ni ijaarta.+ Iddoon aarsaa kun rogni isaa arfanuu wal qixa haa taʼu; ol dheerinni isaas dhundhuma sadii haa taʼu.+