-
Baʼuu 22:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Namni tokko harree yookiin qotiyyoo yookiin hoolaa yookiin beelada kam iyyuu akka isaaf eegu nama kan biraatti yoo kennatee fi horiin sun yoo duʼe yookiin baayʼee yoo miidhame yookiin namni tokko illee utuu hin argin oofamee yoo fudhatame, 11 namichi qabeenya nama sanaa irra harka isaa akka hin keenye Yihowaa duratti isaaf haa kakatu; abbaan qabeenyaa sunis wanta inni jedhe haa amanu. Namichis kiisii hin kaffalu.+
-