- 
	                        
            
            Leewwota 22:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Kana malees, horii duʼee argame yookiin wanta bineensi bosonaa ciccire kam iyyuu nyaatee of hin xureessin.+ Ani Yihowaa dha.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 14:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 “Horii duʼee argame kam iyyuu hin nyaatinaa.+ Nama biyya ormaa magaalota* keessan keessatti argamuuf kennuu ni dandeessu; innis isa nyaachuu ni dandaʼa; yookiin nama biyya ormaatti gurguramuu ni dandaʼa. Sababiin isaas, ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha.
“Ilmoo reʼee aannan haadha isaatiin hin affeelin.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hisqiʼel 44:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
31 Luboonni simbirroo yookiin horii duʼee argame yookiin bineensi ciccire akkamii iyyuu nyaachuu hin qaban.’+
 
 -