-
Leewwota 7:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Coomni horii duʼee argamee yookiin coomni horii horii biraan ajjeesee kaayyoo kan biraa kamiif iyyuu ooluu ni dandaʼa; haa taʼu malee, isin matumaa isa hin nyaatinaa.+
-
-
Leewwota 11:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Namni foon wanta duʼe sanaa nyaate kam iyyuu uffata isaa haa miiccatu; inni hamma galgalaatti xuraaʼaa taʼa.+ Namni raqa isaa baate kam iyyuu uffata isaa haa miiccatu; inni hamma galgalaatti xuraaʼaa taʼa.
-