-
Baʼuu 6:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Akka saba kootti isin nan simadha; Waaqa keessanis nan taʼa;+ isinis ani Waaqa keessan Yihowaa isa baʼaa Gibxii jalaa isin baasu taʼuu koo dhugumaan ni beektu.
-
-
Baʼuu 29:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 Isaan ani Waaqa isaanii Yihowaa isa isaan gidduu jiraachuuf biyya Gibxii keessaa isaan baase akkan taʼe dhugumaan ni beeku.+ Ani Waaqa isaanii Yihowaa dha.
-