Luqaas 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yesuusis eenyutti iyyuu akka hin himne namicha ajaje. Achiis, “Garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi. Isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti+ qulqullaaʼuu keetiif kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe. Luqaas 17:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Innis yommuu isaan argu, “Dhaqaatii lubootatti of argisiisaa”+ isaaniin jedhe. Isaanis utuma deemaa jiranii ni fayyan.+
14 Yesuusis eenyutti iyyuu akka hin himne namicha ajaje. Achiis, “Garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi. Isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti+ qulqullaaʼuu keetiif kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.
14 Innis yommuu isaan argu, “Dhaqaatii lubootatti of argisiisaa”+ isaaniin jedhe. Isaanis utuma deemaa jiranii ni fayyan.+