Maarqos 1:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 “Eenyutti iyyuu homaa akka hin dubbanne of eeggadhu; garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi; isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti+ qulqullaaʼuu keetiif kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.
44 “Eenyutti iyyuu homaa akka hin dubbanne of eeggadhu; garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi; isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti+ qulqullaaʼuu keetiif kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.