LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 1:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “‘Inni aarsaa gubamu kan dhiheessu bushaayee,+ jechuunis xobbaallaa* hoolaa yookiin reʼee keessaa yoo taʼe, kormaa mudaa hin qabne haa dhiheessu.+ 11 Horiin sunis iddoo aarsaa irraa kallattii kaabaatiin Yihowaa duratti haa qalamu; luboonni warri ilmaan Aaron taʼanis dhiiga isaa cinaa iddoo aarsaa sanaa hundumaa irratti haa facaasan.+

  • Leewwota 4:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “‘Lubni dibame+ tokko cubbuu hojjechuudhaan+ sabicha irratti yakka yoo fide, cubbuu hojjete sanaaf aarsaa cubbuu godhee jibicha mudaa hin qabne Yihowaadhaaf haa dhiheessu.+ 4 Jibicha sana gara balbala dunkaana walgaʼiitti+ Yihowaa duratti fidee harka isaa mataa jibicha sanaa irra haa kaaʼu; achiis jibicha sana Yihowaa duratti haa qalu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi