LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ibroota 6:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Abdii jabaa fi amansiisaa akka qofoo dooniitti lubbuu qabee dhaabu kana qabna;+ abdiin kunis golgaa sana keessa darbee ol seena;+

  • Ibroota 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Golgaa+ isa lammaffaa duuba immoo kutaan dunkaanichaa, “Hundumaa Caalaa Qulqulluu”+ jedhamu jira.

  • Ibroota 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 kutaa isa lammaffaatti garuu luba ol aanaatu kophaa isaa waggaatti al tokko seena;+ inni dhiiga cubbuu ofii isaatii+ fi cubbuu sabichi+ utuu hin beekin hojjeteef dhiheessu utuu hin qabatin hin seenu.+

  • Ibroota 10:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yaa obbolootaa, dhiiga Yesuusiin daandii gara iddoo qulqulluutti+ geessutti galuuf ija jabina* arganneerra; 20 daandiin inni nuuf bane* kun daandii haaraa gara jireenyaatti geessu dha; kana kan godhes golgaa+ sana jechuunis foon isaa keessa darbuudhaani;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi