LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 20:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Namni tokko haadha manaa obboleessa isaa yoo fuudhe, kun wanta jibbisiisaa taʼe dha.+ Inni obboleessa isaa salphinaaf* saaxileera. Isaan utuu ijoollee hin qabaatin haa duʼan.

  • Keessa Deebii 25:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Obboloonni lama waliin kan jiraatan yoo taʼee fi isaan keessaa inni tokko ilma utuu hin dhalchin yoo duʼe, haati manaa namicha duʼe sanaa nama maatii sana irraa ala taʼetti heerumuu hin qabdu. Waarsaan ishii gara ishii dhaqee ishii haa fuudhu; wanta waarsaa irraa eegamus haa raawwatu.+

  • Maarqos 6:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Heroodis sababii Heroodiyaas haadha manaa obboleessa isaa Filiphoosiif jedhee, namoota ergee Yohaannisiin qabsiisee isa hidhuudhaan mana hidhaatti galchee ture; sababiin isaas, inni ishii fuudhee ture.+ 18 Yohaannis Heroodisiin, “Haadha manaa obboleessa keetii akka fuutu seerri siif hin heyyamu”+ jedha ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi