Fakkeenya 16:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Daandii qajeelummaa irra deemuudhaan yommuu argamu+Harriin gonfoo miidhaginaa* ti.+ Fakkeenya 20:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Ulfinni dargaggootaa jabina isaanii ti,+Miidhaginni maanguddootaa immoo harrii isaanii ti.+