Leewwota 19:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 “‘Nama mataa harrii duratti ol kaʼi;+ maanguddoos kabaji;+ Waaqa kee sodaadhu.+ Ani Yihowaa dha. Fakkeenya 16:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Daandii qajeelummaa irra deemuudhaan yommuu argamu+Harriin gonfoo miidhaginaa* ti.+