LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 “‘Nama mataa harrii duratti ol kaʼi;+ maanguddoos kabaji;+ Waaqa kee sodaadhu.+ Ani Yihowaa dha.

  • Iyyoob 32:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Ani, ‘Umuriin haa dubbatu,*

      Waggoonni hedduunis ogummaa haa labsan’ jedheen yaade.

  • Fakkeenya 20:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Ulfinni dargaggootaa jabina isaanii ti,+

      Miidhaginni maanguddootaa immoo harrii isaanii ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi