Lakkoofsa 18:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Buusii anaaf godhamu irratti si muudeera.+ Wantoota qulqulluu Israaʼelonni akka gaʼee dhaabbataa taʼetti kennan hundumaa irraa qooda tokko sii fi ilmaan keetiif kenneera.+ Lakkoofsa 18:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Zayitii fi daadhii wayinii haaraa hunda irra caalu hundumaa, akkasumas firii jalqabaa+ midhaan isaanii isa isaan Yihowaadhaaf kennan siif nan kenna.+ Fakkeenya 3:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Qabeenya kee isa gatii guddaa qabuun,+Oomisha* kee hundumaa keessaa firii isa jalqabaatiin*+ Yihowaadhaaf ulfina kenni; Hisqiʼel 44:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Firii jalqabaa hundumaa keessaa, akkasumas buusii keessan hundumaa keessaa inni filatamaan kan lubootaa ni taʼa.+ Oomisha keessan isa jalqabaa keessaa daakuu isa jalqabaa lubichaaf kennaa.+ Kun maatii keessaniif eebba argamsiisa.+
8 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Buusii anaaf godhamu irratti si muudeera.+ Wantoota qulqulluu Israaʼelonni akka gaʼee dhaabbataa taʼetti kennan hundumaa irraa qooda tokko sii fi ilmaan keetiif kenneera.+
12 “Zayitii fi daadhii wayinii haaraa hunda irra caalu hundumaa, akkasumas firii jalqabaa+ midhaan isaanii isa isaan Yihowaadhaaf kennan siif nan kenna.+
9 Qabeenya kee isa gatii guddaa qabuun,+Oomisha* kee hundumaa keessaa firii isa jalqabaatiin*+ Yihowaadhaaf ulfina kenni; Hisqiʼel 44:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Firii jalqabaa hundumaa keessaa, akkasumas buusii keessan hundumaa keessaa inni filatamaan kan lubootaa ni taʼa.+ Oomisha keessan isa jalqabaa keessaa daakuu isa jalqabaa lubichaaf kennaa.+ Kun maatii keessaniif eebba argamsiisa.+
30 Firii jalqabaa hundumaa keessaa, akkasumas buusii keessan hundumaa keessaa inni filatamaan kan lubootaa ni taʼa.+ Oomisha keessan isa jalqabaa keessaa daakuu isa jalqabaa lubichaaf kennaa.+ Kun maatii keessaniif eebba argamsiisa.+