-
Baʼuu 18:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Museenis abbiyyuu isaatiin akkana jedhe: “Ani kana kanan godhu, sabichi Waaqayyoon gaafachuuf utuu wal irraa hin kutin gara koo waan dhufuufi. 16 Dhimmi tokko yeroo kaʼutti dhimmichi gara koo ni dhufa; anis murtoo nan kenna; murtii Waaqa dhugaa fi seerawwan isaas nan beeksisa.”+
-
-
Lakkoofsa 15:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Wanti isa irratti raawwatamuu qabu waan hin beekamneef toʼannaa jala akka turu isa godhan.+
-