- 
	                        
            
            Lakkoofsa 15:27-29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
27 “‘Namni* kam iyyuu dogoggoraan cubbuu yoo hojjete, aarsaa cubbuutiif reʼee goromtii gara waggaa tokkoo taate takka haa dhiheessu.+ 28 Namichi utuu itti hin yaadin Yihowaa duratti cubbuu hojjechuudhaan dogoggora raawwate sun araara akka argatuuf, lubichi araara isaaf ni argamsiisa; cubbuun isaas isaaf ni dhiifama.+ 29 Wanta utuu itti hin yaadin raawwatamee wajjin haala wal qabateen, Israaʼelotaafis taʼe nama biyya ormaa isaan gidduu jiraatuuf seerri tokko haa jiraatu.+
 
 -