LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 35:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Israaʼelonni dhaala argatan keessaa magaalota Leewwonni keessa jiraatan,+ akkasumas iddoowwan dheedichaa magaalota sanatti marsanii jiran Leewwotaaf akka kennan isaan ajaji.+

  • Lakkoofsa 35:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Magaalota kana dhaala Israaʼelotaa irraa fuutanii isaaniif kennitu.+ Garee isa guddaa irraa hedduu, garee isa xinnoo irraa immoo xinnoo fuutu.+ Gareen hundi dhaala fudhatee wajjin haala wal gituun magaalota isaa irraa muraasa Leewwotaaf ni kenna.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi