Faarfannaa 67:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Lafti oomisha ishii ni kenniti;+Waaqayyo, Waaqni keenya nu eebbisa.+ Faarfannaa 85:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Eeyyee, Yihowaan wanta gaarii* taʼe ni kenna,+Lafti keenyas oomisha ishii ni laatti.+