LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 ani yeroo isaatti bokkaa isiniif nan roobsa;+ lafattiinis firii ishii ni kenniti;+ mukeetiin dirree keessaas firii isaanii ni kennu.

  • Faarfannaa 85:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Eeyyee, Yihowaan wanta gaarii* taʼe ni kenna,+

      Lafti keenyas oomisha ishii ni laatti.+

  • Isaayyaas 30:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+

  • Hisqiʼel 34:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Mukeetiin dirree keessa jiran firii ni godhatu; lafattiin oomisha ishii ni kenniti;+ isaanis tasgabbiidhaan biyyattii keessa ni jiraatu. Yommuun waanjoo isaanii cabsuu+ fi warra garboota isaan godhatan irraa isaan oolchutti, isaan ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi