LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 ani yeroo isaatti bokkaa isiniif nan roobsa;+ lafattiinis firii ishii ni kenniti;+ mukeetiin dirree keessaas firii isaanii ni kennu.

  • Faarfannaa 67:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Lafti oomisha ishii ni kenniti;+

      Waaqayyo, Waaqni keenya nu eebbisa.+

  • Isaayyaas 25:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yihowaan Gooftaan Raayyaa gaara kana+ irratti saboota hundumaatiif,

      Affeerraa nyaatawwan gaggaarii,+

      Daadhii wayinii baʼeessaa fi

      Nyaatawwan gaggaarii dhuka lafeetiin guutaman,

      Akkasumas affeerraa daadhii wayinii baʼeessaa fi calalameen guutame ni qopheessa.

  • Isaayyaas 30:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi