LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 72:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Midhaan hedduun lafa irra ni jiraata;+

      Fiixee gaarotaa irrattis irraa hafaa ni taʼa.

      Firiin isaa akkuma Libaanon keessa jiruutti ni lalisa,+

      Magaalota keessattis namoonni akkuma biqiltuu lafaatti ni daraaru.+

  • Faarfannaa 85:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Amanamummaan lafa keessaa ni biqila,

      Qajeelummaanis samiiwwan irraa gad ni ilaala.+

      12 Eeyyee, Yihowaan wanta gaarii* taʼe ni kenna,+

      Lafti keenyas oomisha ishii ni laatti.+

  • Ermiyaas 31:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isaan dhufanii iddoo ol kaʼaa Xiyoon irratti ni ililchu,+

      Gaarummaa Yihowaatti,*

      Midhaanitti, daadhii wayinii haaraatti,+ zayitiitti,

      Ilmoolee bushaayee fi jabbileetti ni gammadu.+

      Isaan akkuma iddoo biqiltuu akka gaariitti bishaan argatuu ni taʼu,+

      Matumaas deebiʼanii hin laafan.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi