Keessa Deebii 28:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaan waqtii isaatti biyya keetiif bokkaa kennuu fi wanta gootu hundumaa eebbisuuf, gootaraa isaa isa gaarii, jechuunis samii siif ni bana.+ Ati saboota hedduudhaaf ni liqeessita malee, hin liqeeffattu.+ Isaayyaas 30:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+ Hisqiʼel 34:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Isaanis taʼan bakki naannoo tabba kootti argamu eebba akka argatan* nan godha;+ bokkaanis yeroo isaatti akka roobu nan godha. Eebbis akka bokkaatti ni rooba.+ Yooʼel 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yaa ilmaan Xiyoon, Waaqa keessan Yihowaatti gammadaa, ililchaas;+Sababiin isaas, inni bokkaa birraa hamma isin barbaachisu isiniif ni kenna,Rooba isiniif ni roobsa,Akkuma kanaan duraa bokkaa birraa fi bokkaa arfaasaa isiniif ni kenna.+
12 Yihowaan waqtii isaatti biyya keetiif bokkaa kennuu fi wanta gootu hundumaa eebbisuuf, gootaraa isaa isa gaarii, jechuunis samii siif ni bana.+ Ati saboota hedduudhaaf ni liqeessita malee, hin liqeeffattu.+
23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+
26 Isaanis taʼan bakki naannoo tabba kootti argamu eebba akka argatan* nan godha;+ bokkaanis yeroo isaatti akka roobu nan godha. Eebbis akka bokkaatti ni rooba.+
23 Yaa ilmaan Xiyoon, Waaqa keessan Yihowaatti gammadaa, ililchaas;+Sababiin isaas, inni bokkaa birraa hamma isin barbaachisu isiniif ni kenna,Rooba isiniif ni roobsa,Akkuma kanaan duraa bokkaa birraa fi bokkaa arfaasaa isiniif ni kenna.+