-
Leewwota 12:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Ishiin hoolaa dhiheessuu hin dandeessu yoo taʼe garuu, gugee bosonaa lama yookiin cuucii gugee lama,+ isa tokko aarsaa gubamuuf isa tokko immoo aarsaa cubbuutiif haa fiddu; lubichis araara ishiidhaaf ni argamsiisa; ishiinis qulqulluu taati.’”
-
-
Leewwota 14:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Haa taʼu malee, inni hiyyeessa taʼuu isaatiin kan kaʼe wanta barbaachisu hin qabu yoo taʼe, ofii isaatiif araara argamsiisuuf aarsaa cubbuutiif aarsaa sochoofamu godhee dhiheessuuf xobbaallaa hoolaa tokko haa fidu; aarsaa midhaaniitiif akka taʼuttis daakuu bullaaʼaa zayitiidhaan makame eefaa* tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko, zayitii safartuu loogii tokko,
-