LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 30:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis Raahel, “Ani obboleettii tiyyaa wajjin waldhaansoo cimaa nan godhe. Nan moʼes!” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Niftaalem*+ jettee moggaaste.

  • Uumama 35:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ilmaan inni Biilhaa ishii tajaajiltuu Raahel taate irraa dhalche, Daanii fi Niftaalem turan.

  • Uumama 46:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ilmaan Niftaalem,+ Yaahziʼel, Guunii, Yezeerii fi Shiilem+ turan.

  • 1 Seenaa Baraa 7:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ilmaan Niftaalem,+ Yaahziʼel, Guunii, Yezeerii fi Shaalum turan; isaan sanyiiwwan* Biilhaa+ turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi