28 Saba kana dura buʼee kan ceʼuu+ fi biyya ati argitu sana akka dhaalan kan godhu isa waan taʼeef, Iyyaasuu muudi,+ isa jajjabeessi, akkasumas isa cimsi.’
23 Achiis inni* Iyyaasuu ilma Nuuniin muudee,+ “Biyya ani isaaniif kakadhetti Israaʼelota kan galchu si waan taʼeef+ onnadhu, cimis;+ ani yeroo hundumaa sii wajjin nan taʼa” isaan jedhe.