LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 23:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti dubbadhu: ‘Ayyaanonni Yihowaa yeroo murtaaʼetti kabajaman+ warri isin labsuu qabdan+ walgaʼiiwwan qulqulluu dha. Ayyaanonni koo warri yeroo murtaaʼetti kabajaman kanneen kana dha:

  • Keessa Deebii 16:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Dhiironni kee hundi bakka inni filatutti waggaatti siʼa sadii jechuunis, Ayyaana Maxinoo irratti,+ Ayyaana Torbeewwanii irrattii+ fi Ayyaana Daasii*+ irratti Waaqa kee Yihowaa duratti haa dhihaatan; isaan keessaa eenyu iyyuu harka duwwaa Yihowaa duratti hin dhihaatin.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi