-
Baʼuu 23:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “Waggaatti siʼa sadii ayyaana naaf kabaji.+
-
-
Leewwota 23:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 “‘Ayyaanonni Yihowaa yeroo murtaaʼetti kabajaman+ warri isin walgaʼiiwwan qulqulluu akka taʼanitti labsuu qabdanii+ fi aarsaan ibiddaan gubamu, jechuunis akkuma guyyaa guyyaadhaan akka dhihaatan ajajametti aarsaan gubamuu+ fi aarsaan midhaanii,+ akkasumas aarsaawwan dhugaatii+ Yihowaadhaaf itti dhihaatu kanneen kana dha.
-