-
Lakkoofsa 19:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Namni qulqulluu taʼe sun guyyaa sadaffaattii fi guyyaa torbaffaatti nama xuraaʼe sana irratti bishaanicha ni facaasa; guyyaa torbaffaattis namicha cubbuu irraa ni qulqulleessa;+ achiis namichi uffata isaa ni miiccata; qaama isaas bishaaniin ni dhiqata; galgalas qulqulluu ni taʼa.
20 “‘Namni xuraaʼee fi of hin qulqulleessine garuu iddoo qulqulluu Yihowaa waan xureesseef gumicha keessaa haa balleeffamu.*+ Bishaan qulqulleessu sun isa irratti waan hin facaafamneef, inni xuraaʼaa dha.
-