LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Ati biyya isaanii keessatti dhaala hin qabaattu; lafti isaan gidduutti argamu kam iyyuu kan kee hin taʼu.+ Ani Israaʼelota gidduutti gaʼee kee fi dhaala kee ti.+

  • Lakkoofsa 18:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kennaawwan qulqulluu taʼanii isiniif kennaman hundumaa keessaa+ warra hunda irra caalan irraa buusii akaakuu hundumaa Yihowaadhaaf ni kennitu.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi