-
Keessa Deebii 18:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 “Leewwonni luboota taʼanii fi guutummaan gosa Leewwii Israaʼelotaa wajjin gaʼeen yookiin dhaalli isaaniif hin kennamne. Isaan aarsaawwan Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatan warra dhaala isaa taʼan ni nyaatu.+ 2 Kanaafuu, isaan obboloota isaanii gidduutti dhaala qabaachuu hin qaban. Akkuma inni isaaniin jedhetti dhaalli isaanii Yihowaa dha.
-
-
Hisqiʼel 44:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 “‘Kun dhaala isaanii ni taʼa: Ani dhaala isaanii ti.+ Ani dhaala isaanii waanan taʼeef, Israaʼel keessatti dhaala akkamii iyyuu isaaniif hin kenninaa.
-