Lakkoofsa 18:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Ati biyya isaanii keessatti dhaala hin qabaattu; lafti isaan gidduutti argamu kam iyyuu kan kee hin taʼu.+ Ani Israaʼelota gidduutti gaʼee kee fi dhaala kee ti.+ Iyyaasuu 13:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Haa taʼu malee, Museen gosa Leewwotaatiif dhaala hin kennine.+ Akkuma waadaa isaaniif galetti, Yihowaan Waaqni Israaʼel dhaala isaanii ti.+
20 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Ati biyya isaanii keessatti dhaala hin qabaattu; lafti isaan gidduutti argamu kam iyyuu kan kee hin taʼu.+ Ani Israaʼelota gidduutti gaʼee kee fi dhaala kee ti.+
33 Haa taʼu malee, Museen gosa Leewwotaatiif dhaala hin kennine.+ Akkuma waadaa isaaniif galetti, Yihowaan Waaqni Israaʼel dhaala isaanii ti.+