LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Ati biyya isaanii keessatti dhaala hin qabaattu; lafti isaan gidduutti argamu kam iyyuu kan kee hin taʼu.+ Ani Israaʼelota gidduutti gaʼee kee fi dhaala kee ti.+

  • Keessa Deebii 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Leewwonni luboota taʼanii fi guutummaan gosa Leewwii Israaʼelotaa wajjin gaʼeen yookiin dhaalli isaaniif hin kennamne. Isaan aarsaawwan Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatan warra dhaala isaa taʼan ni nyaatu.+

  • Iyyaasuu 13:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Inni dhaala kan hin kennine gosa Leewwotaatiif qofa ture.+ Akkuma inni waadaa isaaniif galetti,+ aarsaawwan Yihowaa Waaqa Israaʼeliif ibiddaan dhihaatan dhaala isaanii ti.+

  • Hisqiʼel 45:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kunis biyyattii keessaa luboota tajaajiltoota iddoo qulqulluu taʼanii fi Yihowaa tajaajiluuf dhihaatan+ sanaaf qooda qulqulluu ni taʼa.+ Iddoon kun mana isaaniitiif, akkasumas iddoo qulqulluu mana qulqullummaa sanaaf ni taʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi