Hisqiʼel 40:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Kutaan nyaataa inni kallattii kaabaatti garagalee jiru kan luboota tajaajila iddoo aarsaa irratti itti gaafatamummaa qaban sanaa ti.+ Isaan ilmaan Saadoq+ warra Leewwota taʼanii fi Yihowaa tajaajiluuf isa duratti akka dhihaatan ramadamani dha.”+
46 Kutaan nyaataa inni kallattii kaabaatti garagalee jiru kan luboota tajaajila iddoo aarsaa irratti itti gaafatamummaa qaban sanaa ti.+ Isaan ilmaan Saadoq+ warra Leewwota taʼanii fi Yihowaa tajaajiluuf isa duratti akka dhihaatan ramadamani dha.”+