19 Buusii qulqulluu Israaʼelonni Yihowaadhaaf buusii godhan hundumaa,+ siif, akkasumas ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa kee warra sii wajjin jiraniif gaʼee dhaabbataa godhee kenneera.+ Kunis Yihowaa duratti sii fi ijoollee kee warra sii wajjin jiraniif kakuu soogiddaa dhaabbataa taʼe dha.”