-
Lakkoofsa 15:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 “Akkana jedhii Israaʼelotatti himi: ‘Gara biyya ani itti isin fidutti galtanii 19 nyaata biyyattii kam iyyuu yommuu nyaattan,+ Yihowaadhaaf buusii godhaa.
-
-
Lakkoofsa 18:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kennaawwan isaan aarsaawwan Israaʼelotaa warra sochoofaman+ hundumaa wajjin buusii godhanis+ kan kee ti. Ani wantoota kana siif, akkasumas ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa kee warra sii wajjin jiraniif gaʼee dhaabbataa godhee kenneera.+ Namni qulqulluun mana kee keessa jiru kam iyyuu isa nyaachuu ni dandaʼa.+
-