-
Leewwota 10:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kana malees ati, ijoolleen dhiiraa kee fi ijoolleen durbaa kee warri sii wajjin jiran+ handaraafa aarsaa sochoofamuu fi luka gaʼee qulqulluu taʼe+ sana iddoo qulqulluu keessatti nyaadhaa; sababiin isaas, wantoonni kun aarsaawwan gamtaa Israaʼelonni dhiheessan keessaa gaʼee kee fi gaʼee ilmaan keetii akka taʼaniif kan kennamani dha.
-
-
Keessa Deebii 18:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Luboonni sabicha irraa wantoota kana argachuuf mirga qabu: Namni qotiyyoo yookiin hoolaa aarsaa godhee dhiheessu kam iyyuu, harka isaa, mangaagaa isaa fi miʼawwan garaa isaa lubichaaf ni kenna.
-