LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 22:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, intalli luba tokkoo abbaan manaa yoo irraa duʼe yookiin abbaa manaa ishii wajjin yoo wal hiikte, akkasumas dhala hin qabdu yoo taʼee fi akkuma yeroo ijoollummaa ishiitti gara mana abbaa ishiitti yoo deebite, nyaata abbaa ishii irraa nyaachuu dandeessi;+ namni isaaf hin heyyamamne* garuu isa irraa nyaachuu hin dandaʼu.

  • Lakkoofsa 18:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kennaawwan isaan aarsaawwan Israaʼelotaa warra sochoofaman+ hundumaa wajjin buusii godhanis+ kan kee ti. Ani wantoota kana siif, akkasumas ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa kee warra sii wajjin jiraniif gaʼee dhaabbataa godhee kenneera.+ Namni qulqulluun mana kee keessa jiru kam iyyuu isa nyaachuu ni dandaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi