LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 1:12-14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Iyyaasuun Ruubenotaan, Gaadotaa fi walakkaa gosa Minaaseetiin akkana jedhe: 13 “Wanta Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe isin ajaje yaadadhaa:+ ‘Waaqni keessan Yihowaan boqonnaa isiniif kenneera; biyya kanas isiniif kenneera. 14 Haadhotiin manaa keessan, ijoolleen keessanii fi horiiwwan keessan biyya Museen Yordaanos irraa gamanatti*+ isiniif kenne keessa ni jiraatu; loltoonni keessan warri jajjaboon hundi+ garuu waraanaaf tarree galanii obboloota keessan dura gamatti haa ceʼan.+ Isinis isaan gargaaruu qabdu;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi