LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Magaalota ani isiniif kenne keessatti kan hafan haadhotii manaa keessan, ijoollee keessanii fi horiiwwan keessan (isin horiiwwan hedduu akka qabdan akka gaariitti nan beeka) qofa dha; 20 kunis kan taʼu, Yihowaan akkuma isiniif godhetti hamma obboloota keessaniif boqonnaa kennutti, akkasumas hamma isaan lafa Waaqni keessan Yihowaan Yordaanos gamatti isaaniif kennu sana dhaalaan fudhatanitti dha. Achiis tokkoon tokkoon keessan gara dhaala keessan isa ani isiniif kennetti ni deebitu.’+

  • Keessa Deebii 29:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Sana booda, lafa isaanii fudhannee Ruubenotaaf, Gaadotaa fi walakkaa gosa Minaasotaatiif dhaalaan kennine.+

  • Iyyaasuu 13:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akkuma Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe isaaniif kennetti, Ruubenonnii fi Gaadonni gosa walakkaa isa hafee wajjin dhaala isaanii isa Museen Yordaanos irraa kallattii bahaatiin isaaniif kenne fudhataniiru:+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi