Iyyaasuu 24:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Boodas Musee fi Aaroniin ergee+ warra Gibxii wantan isaan gidduutti raawwadheen nan rukute;+ isiniin immoo achi keessaa nan baase. 1 Saamuʼel 12:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Akkuma Yaaqoob gara Gibxii dhufeen,+ akkasumas abbootiin keessan gargaarsa gaafachuuf gara Yihowaatti iyyachuu jalqabaniin,+ Yihowaan abbootii keessan Gibxii keessaa akka baasanii fi bakka kana akka jiraachisan+ Musee fi Aaroniin ni erge.+
5 Boodas Musee fi Aaroniin ergee+ warra Gibxii wantan isaan gidduutti raawwadheen nan rukute;+ isiniin immoo achi keessaa nan baase.
8 “Akkuma Yaaqoob gara Gibxii dhufeen,+ akkasumas abbootiin keessan gargaarsa gaafachuuf gara Yihowaatti iyyachuu jalqabaniin,+ Yihowaan abbootii keessan Gibxii keessaa akka baasanii fi bakka kana akka jiraachisan+ Musee fi Aaroniin ni erge.+