-
Lakkoofsa 4:34-36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Achiis Museen, Aaronii fi ajajjoonni+ yaaʼichaa akka maatiiwwan isaaniittii fi akka mana abbootii isaaniitti ilmaan Qehaatotaa,+ 35 warra umuriin isaanii waggaa 30 hamma 50 taʼee fi garee dunkaana walgaʼii keessatti tajaajiluuf ramadame keessatti argaman hundumaa ni galmeessan.+ 36 Warri akka maatii maatii isaaniitti galmeeffaman walumaa galatti 2,750 turan.+
-